Kana Irraatti Walif Galuu Qabna.

Yaadni Keessan Hoo??

607

Jaalleewwan Paartii Siyaasaan Oromoo addaan qoqqoodanii qabsoo tokkummaan eegalle akka gufatu gochuu yaalaa jiranu mul’achaa jiru.
Amma ilaalcha kana waraanuu qabna.Simannaan taasisnu sinannaa Oromooti jennee of amansiisuu qabna.

- Advertisement -

ABO,OPDO,KFO,ATWO kkf.jennee yeroon itti wal qoonnu amma miti.Sabni biraa yemmuu garaa garummaa isaa dhiisee tokko tahee caffarutti nuti paartii siyaasaan wal qooduu hin qabnu.

Amma duula filannootti hin jirru.Duula tokkummaa Oromoo cimsuutti jirra.

Kanaaf simannaa Dilbata Dhufuu irratti Oromoon Paartii Siyaasaan utuu wak hin qoodin tokkummaan hirmaatee tokkummaan keenya sadarkaa irra gahe agarsiisuu qabna.

Oromoon tokko.

Comments are closed.