Browsing Category
Oduu
Waraanni bilisummaa Oromoo hidhannoo hikkachu akka qabu ibsame
Oct 10, 2018
Humni waraana ABO - Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) gara biyyaa kan gale hidhannoo hiikkateeti; ammas kan hafe ni hiikkata jedhan ministirri de’etaa Ministeera…
Read More...
Read More...
Walharkaa fuudhinsi Paarkii indaastirii Jimmaa marsaa jalqabaa Onkololeessa 5 ni gaggeeffama
Oct 10, 2018
Ijaarsi Paarkii indaastirii Jimmaa marsaan jalqabaa xumuramee Onkololeessa 5 sirni walharkaa fuudhuu ni gaggeeffama jedhame.
Ijaarsa paarkichaa Doolaara…
Read More...
Read More...
Caffeen muudama hoggantoota 16 raggaasise
Oct 8, 2018
Caffeen Oromiyaa walgahii addaa kale taa’een muudama itti gaafatamtoota haaraa dhiyaate raggaasiseera.
Haaluma kanaan;
Dr. Girmaa Amantee Sadarkaa Itti aanaa…
Read More...
Read More...
Abbootin Gadaa fi jaarsoliin Gaamoo Burraayyutti sirna araara raawwatan
Oct 9, 2018
Abbootin Gadaa fi jaarsoliin Gaamoo Burraayyutti sirna harka dhiqannaa raawwachuun araara busan. Abbootin Gadaa fi jaarsoliin Gaamoo hawaasa magaalichaa waliin ta’uudhan…
Read More...
Read More...
Manneen maree lamaan mootummaa feedaraalwaa waltajjii waliinii gaggeessan
Oct 8, 2018
Manni Maree Federeeshinii fi Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa har’a waaree booda sirna baniinsa waliinii gaggeessanii jiru. Manneen maree lamaan marsaa paarlaamaa 5ffaa,…
Read More...
Read More...
Lammiilee aanaalee Wallagga bahaarraa buqqa’an keessaa kumni 28 ol gara qayee isaanitti…
Oct 8, 2018
Lammiilee aanaalee Wallagga bahaarraa buqqa’an keessaa kumni 28 ol gara qayee isaanitti deebi’aniiru.
Hogganaan Biiroo Dhimmoota Koominikeeshinii Oromiyaa Dooktar…
Read More...
Read More...
Caffeen labsii gurmaa’ina qaamolee raawwachiiftuu mootummaa irra deebidhaan gurmeessu raggaasise
Oct 8, 2018
Caffeen mootummaa naannoo Oromiyaa labsii gurmaa’inaa haaraa qaamolee raawwachiiftuu mootummaa naannoo Oromiyaa irra deebidhaan gurmeessu, aangoo fi hojii isaanii…
Read More...
Read More...
ADWUI tokkummaa keessoosaa cimsee dhaaba biyya tajaajilu ta’uuf ni hojjeta- Dr Abiy
ADWUI tokkummaa keessoosaa cimsee dhaaba biyya tajaajilu ta’uuf ni hojjeta- Dr Abiy
Oct 6, 2018
Sirni cufiinsaa yaa’ii idilee ADWUI 11ffaa istaadiyamii Hawaasaatti…
Read More...
Read More...
Irreechi Malkaa Ateetee, Malkaa Sabbataa fi Caffee Tumaa booru kabajamu
Irreechi Malkaa Ateetee, Malkaa Sabbataa fi Caffee Tumaa booru kabajamu
Oct 6, 2018
Ayyaanni Irreecha Malkaa Ateetee, Malkaa Sabbataa fi Caffee Tumaa booru; Fulbaana 27,2011…
Read More...
Read More...
Yaa’in ariifachiisaa Caffee Oromiyaa Wiixata dhuftu gaggeeffama
Yaa’in ariifachiisaa Caffee Wiixata; Fulbaana 28,2011 gaggeeffama. Yaa’ichi caasaalee mootummaa sadarkaa naannotti baay’atanii jiran gara bakka hojiin hawaasaa jiru; gandaa fi…
Read More...
Read More...