Browsing Category
Oduu
Dr Abiy fi Obbo Dammaqan dura taa’aa fi itti aanaa ADWUI ta’uun filataman
Yaa’in idilee 11ffaa Adda Warraaqsa Demokraatawa Ummattoota Ityoophiyaa(ADWUI) dura taa’aa fi itti aanaa dura taa’aasaa filachuun xumurame. Yaa’ichaan dura taa’aa fi itti aanaa dura…
Read More...
Read More...
Poolisiin Federaalaa 1 dhukaasa baneen lubbuu hiriyoota isaa 2 galaafachuun isaa dhagaahame
Poolisiin Federaalaa tokko magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Boolee naannoo Walloo Safar jedhamutti miira dhugaatiin dhukaasa hiriyoota isaa irratti baneen lubbuu poolisoota 2…
Read More...
Read More...
Buufanni xiyyaaraa magaala Roobee tajaajila eegale
Oct 4, 2018
Buufanni xiyyaaraa magaala gudditti godina Baalee magaala Roobee tajaajila eegale. Buufatichi Fulbaana 23, bara 2011 ifatti ebbifamee tajaajila laachuu eegaleera.…
Read More...
Read More...
Sochiin Biyyaalessa Sidaamaa har’a gara biyyaa gale
Oct 4, 2018
Akkaataa waamicha mootummaan Itiyoophiyaa dhaabbattoota siyaasaa biyya aala socha’aniif taasiseen Sochiin Biyyaaleessaa Sidaamaa har’a gara biyyaa deebi’ee jira.…
Read More...
Read More...
Bakka buu’oonni paartilee biyyoota 9 Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 24,2011(FBC)- Bakka buutonni paartilee siyaasaa biyyoota alaa 9 Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwatan.
Bakka buutota paartilee siyaasaa yaa’ii ADWUI 11ffaa…
Read More...
Read More...
Ergaa Duraa Taa’aa ADWUI Dr.Abiy Ahmad
Dura taa’aa ADWUI fi Muummeen Ministira FDRI Dr. Abiyyi Ahimad yaa’ii dhaabbatummaa 11ffaa ADWUI irratti ergaa dabarsan keessaa kan fudhatame.
• Yaa’iin dhaabbatummaa 11ffaan ADWUI…
Read More...
Read More...
“Oolmaan yaa’ii dhaabbattummaa ADWUI Guyyaa Hardhaa milkaa’aadha” Obbo Fiqaaduu Tasammaa dubbi himaa…
Oolmaa yaa’ii dhaabbattummaa ADWUI 11ffaa Magaalaa Hawaasaatti Guyyaa hardhaa eegalee ilaalchisuun dubbi himaan pirizdeemii yaa’ichaa obbo Fiqaaduu Tasammaa ibsa miidiyaaleef kennaniin…
Read More...
Read More...
Abbaan Gadaa Birmajii Tuulamaa baallii dabarsan
Abbaan Gadaa Birmajii Tuulamaa Bayyanaa Sanbatuu aangoo Abbaa Gadaa Meelbaa Goobanaa Hoolaaf dabarsan.
Sirni Gadaa sirna dimokraasii Oromoon jaaraawwan hedduuf itti bulaa fi aangoo…
Read More...
Read More...
Ayyaanni Irreechaa bara 2011 haala hoo’aa ta’een kabajame
Sep 30, 2018
Ayyaanni Irreecha Malkaa bara 2011 dhaadannoo “Irrachi Jaalalaa fi Tokkummaaf” jeedhuun bifa hoo’aa ta’een magaala Bishooftuu Hora Arsadiitti kabajame.
Oromoonni…
Read More...
Read More...
Bakka buutonni dhaabbilee obbolaa yaa’ii dhaabbattummaa ABUT irratti ergaa dabarsan
Bakka buutonni dhaabbilee obbolaa yaa’ii dhaabbattummaa 13ffaa Adda Bilisummaa Ummata Tigraay(ABUT) irratti argamuudhan ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsan.
Bakka buutonni Sochii…
Read More...
Read More...