Browsing Category
Oduu
Dhiifamaa fi jaalalli faayidaa malee miidhaa akka hinqabne Abuna Maatiyaas ibsani
Aarsaa fannoo Iyyasuus Kiristoosirraa kan barannu dhiifamaa fi araara jedhan paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa qulqulluu Abuna Maatiyaas.
Iyyasuus Kiristoos namoota isa…
Read More...
Read More...
Minstirri muummee Dr Abiy Ahimad baga ayyaana Masqalaaf geessan jedhan
Ministirri muummee Dr. Abiy Ahimad hordoftoota amantaa Kiristaana Ortodoksii baga ittiin isin ga’e jedhan.
Dr. Abiy ayyaana Masqalaa ilaalchisuudhan ibsa miidiyooleef erganiin akka…
Read More...
Read More...
Paartileen naannoo Amaaraa fi sadarkaa biyyaatti socho’an magaalaa Baahir Daaritti mari’achaa jiru
Paartileen naannoo Amaaraa fi sadarkaa biyyaatti socho’an magaalaa Baahir Daaritti mari’achaa jiru
ethiopiaprosperous.com On Sep 26, 2018
Paartileen naannoo Amaaraa fi sadarkaa…
Read More...
Read More...
Yaa’ii 13ffaa ABUTn murteewwan biyyatti fi nannichaf fayyaddan itti darbu jeedhame akka egamu dura…
Yaa’in dhaabbattummaa 13ffaa Adda Biliisummaa Ummata Tigraay (ABUT) murteewwan jijjiirrama naannoo Tigraayitti eegalaman itti fufsiisan fi biyyatifiis fayyadan ni dabarsa jedhan dura…
Read More...
Read More...
Ministiroonni bishaanii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guuta bishaan Hidha Haaromsaarratti…
Sep 25, 2018
Ministiroonni bishaan Itiyoophiyaa, Sudaani fi Gibts gabaasa gareen ogeessoota haala guutaa bisaan Hidha Haaroomsa Guddicha Itiyoophiyaa dhiyeesse irratti Finfinneetti…
Read More...
Read More...
Gamtaan Afrikaa fi DhMG haala gaarii Gaanfa Afrikaa dinqisiifatan
Gamtaan Afrikaa fi DhMG haala gaarii Gaanfa Afrikaa dinqisiifatan
Sep 25, 2018
Gamtaan Afrikaa fi Dhaabbanni Mootummoota Gamtooman haala gaarii Gaanfa Afrikaatti muul’achaa jiru…
Read More...
Read More...
Ityoophiyaan filannoof teeknooloojii ashaaraa quba fayyadamuufi
Ityoophiyaan filannoof teeknooloojii ashaaraa quba fayyadamuufi
Sep 25, 2018
Miseensonni Boordii Filannoo Biyyaalessaa Afur filannoo teeknooloojii baayoomeetrik jeedhamu asharaa…
Read More...
Read More...
Kabaja ayyaana Irreechaa baranaaf qophiin taasifamu isaa ibsame
Kabaja ayyaana Irreechaa baranaaf qophiin taasifamu isaa ibsame
Sep 24, 2018
Ayyaana Irreechaa baranaa nagaan fi haala hoo’aan kabajamuuf qophiin haal duree taasifamuu isaa Abbaa…
Read More...
Read More...
Paartin Warraaqsa Ummattoota Ityoophiyaa biyya gale
Paartin Warraaqsa Ummattoota Ityoophiyaa biyya gale
Paartin Warraaqsa Ummattoota Ityoophiyaa haar’a biyya gale. Paartichi waamicha qabsoo nagayaa muummee ministiraa Dr Abiy Ahimad…
Read More...
Read More...
Jiraattota Burraayyuu waliin mariin taassiifame
Jiraattota Burraayyuu waliin mariin taassiifame
Nageenya magaalaa Burraayyuu mirkaneessudhaaf qooda fudhattoonni qindoominaan hojjechuu qabu jedhame.
Kantiiban bulchiinsa…
Read More...
Read More...