Browsing Category
Oduu
Kaabineen Finfinnee waliigalteen lafa liizii karee meetra miiliyoona 4 fi kuma dhibba 1 ol akka adda…
Kaabineen Finfinnee waliigalteen lafa liizii karee meetra miiliyoona 4 fi kuma dhibba 1 ol akka adda citu murteesse
Magaalaan Finfinnee waliigalteen lafa liizii karee meetra…
Read More...
Read More...
Dura taa’aa ODP Dooktar Abiy Ahimad haasaa cufiinsa yaa’ii 9ffaarratti taasisan
Ibsa ejjennoo yaa’ii dhaabbatummaa ODP
Finfinnee, Fulbaana 11,2011(FBC)- Ibsa ejjennoo yaa’ii dhaabbatummaa ODP guutuusaa.
Ibsi guutuu paartichaa akkanaan dhiyaatera.…
Read More...
Read More...
Yaa’ii seena qabeessa taateewwan seena qabeessaan dabaalame
Dudhaan demokraasummaa sirna Gadaa yaa'ii knarratti ifeera. Giddu-galeessummaan qabsoo Oromoo kanaan booda fedhii fi faayidaa ummatichaa mirkaneessuu qofa waan ta'eef, humna…
Read More...
Read More...
Yaa’ii dhaabbattummaa 9ffaa ODP hoggantoota buleeyyii paaricha hundeessaniifi qabsoo kana…
Yaa'ii dhaabbattummaa 9ffaa ODP hoggantoota buleeyyii paaricha hundeessaniifi qabsoo kana asiin ga'uu keessatti haarasaa baay'ee kaffalaniif beekamtiin kennameera.
Bara dukkanaa…
Read More...
Read More...
Hoggansi buleeyyiin kabaja guddaan geggeeffamaniiru!
Hoggansi buleeyyiin kabaja guddaan geggeeffamaniiru!
...
Yaa'ii dhaabbattummaa 9ffaa ODP hoggantoota qabsoo dhaaba kanaa hundeessaniifi dhaaba kana asiin ga'uu keessatti haarasaa…
Read More...
Read More...
Ejjennoo jaarmiyaaleen siyaasaa Oromoo fedhiifi faayidaa ummatichaa waliin kabachiisuuf tokkummaan…
Ejjennoo jaarmiyaaleen siyaasaa Oromoo fedhiifi faayidaa ummatichaa waliin kabachiisuuf tokkummaan hojjechuu qaban. (Yaa'ii Dhaabbatummaa 9ffaa irratti)
...
ABOn, KFOn, ADO, DhDUO fi…
Read More...
Read More...
Jijjiirama eegallerraa humni nu gufachiisuu hin jiru- Mana Maree Nageenya Biyyoolessaa
Manni Maree Nageenya Biyyoolessaa walga'ii har'a Fulbaana 8,2010 gaggeessen haala yeroo biyyattii gamaaggamuudhan ibsa laatera. Gamaaggamichaanis baatiiwwan shanan darbanitti…
Read More...
Read More...
Ibsa waliinii KFO, ABO, ADO, ABOT, ATWO, Samaayaawii, Arbanyooch Ginboot 7
Jaarmiyaaleen siyaasa morkattootaa walitti bu'iinsaa fi jeequmsa magaalaa Finfinnee fi naannolee biroo muraasatti mudate balaaleffatan. Jaarmiyaaleen siyaasaa rakkinichi akka dhaabbatu…
Read More...
Read More...
MM Dr. Abiyyi Ahimad fi Preezidaantin Eritiriyaa obbo Isaayaas Afiwarqii Saawdii Arabiyaa nagayaan…
MM Dr. Abiyyi Ahimad fi Preezidaantin Eritiriyaa obbo Isaayaas Afiwarqii Saawdii Arabiyaa nagayaan galani jiru.
Waltajjii marii Saawdii Arabiyaa Jiddaatti taa'amurratti barreessaa…
Read More...
Read More...
Qeerroon naamusa guddummaa har’a agarsiise borus dabaluu qaba.
Garaagarummaa yaadaa keessummeessuun ammayyummaadha.Kiyya malee hin ta'uun boodatti hafummaadha. Warri keenya malee hin ta'u jedhan isaaniif qaroominni fagoodha waan ta'eef tuffaannee…
Read More...
Read More...