Browsing Category
Oduu
Jilli Naannoo Amaaraa gara Eertiraa imalan
Jilli kun Pireezidaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin simataman.
Jilli naannoo Amaaraa kun Af -yaa'ii Mana marii Naannichaa Aaddee Warqisemuu Maammoo durfamaa.
Yeroo turtii…
Read More...
Read More...
Waraana ABOtiif naannon Tigraay simannaa ni taasisa.
Waraanni Adda Bilisummaa Oromoo booru ganama Eertiraadhaa Ityoophiyaa; naannoo Tigraay yammuu seenu ni simatama.
Waraanni addichaa kuma 1300 amma 1500 ta'u karaa…
Read More...
Read More...
Ibsa Haala Yeroo irratti Ministirri Muummee Dr Abiyyi OBNif Addaatti Kenan
Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Haala Yeroo irratti ibsa kennanin Jijjiirrama biyyattiitti dhufeef abbaan ummata Itiyoophiyaatti jedhan. Abbaan injifannichaa amma ummata…
Read More...
Read More...
Manni Maree ADWUI walga’ii idileesaa Fulbaana 4, bara 2011 irraa eegalee ni taa’a.
Waltajjii koree hoji raawwachiistuu Adda Warraaqsa Ummattoota Itiyoophiyaa (ADWUI) torbee darbe gaggeeffameen dhimmoota gamaaggamamanii fi ajandaalee mana marichaaf akka dhiyaatan…
Read More...
Read More...
Muummee ministiraa Dr Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin Bureetti bara…
Muummee ministiraa Dr Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin Bureetti bara haaraa kabajaa jiru.
ጠ/ሚ ዶ/ር አብይ እና ፕሬዚዳንት ኢሳያስ የቡሬ - ድባይ ሲማ ድንበርን በይፋ ከፈቱ…
Read More...
Read More...
Muummichi Ministeraa Dr. Abiy Ahimad jala bultii waggaa haaraa bara 2011 irratti ergaa dabarsan…
Muummichi Ministeraa Dr. Abiy Ahimad jala bultii waggaa haaraa bara 2011 irratti ergaa dabarsan keessaa.
• Nuti Itoophiyanonni haala hamaafi sodaachisaa keessa akka turre eenyu jalaa…
Read More...
Read More...
Deggersa…
Korporeeshiniin misooma paarkii Industirii dhaabbata GIZ waliin ta'uun daa'imman maatii qonnaan bultoota misooma paarkii industirii Adaamaatiif buqqa'an 200'f deggarsa meeshalee…
Read More...
Read More...
Manni amantaa Ortoodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa MM Dooktar Abiyyi Ahimadif badhaasa addaa laate.
Manni amantaa Ortoodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa MM Dooktar Abiyyi Ahimadif badhaasa addaa laate.
የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤተ ክርስቲያን ጠቅላይ ሚኒስትር ዶክተር አብይ አህመድ ልዩ ሽልማት አበረከተች።…
Read More...
Read More...
“Bara 2011 injifannoo caalu bara itti gonfannuudha” I/A/MM Obbo Dammaqaa Makonniin
Bara 2011tti injifannoowwan biroo gonfachuuf kan arganne amantaan kunuunfachuu qabna jedhan Itti Aanaan Muummee ministiraa obbo Dammaqaa makonniin.
Barri 2010 seenaa biyya keenyaa…
Read More...
Read More...
Hoggansaa fi waraanni ABO Fulbaana 5 gara biyyaa ni galu jedhame.
Hoggansaa fi waraanni ABO Fulbaana 5 gara biyyaa ni galu jedhame.
Hoggansaa fi waraanni Adda Bilisummaa Oromoo Eertiraa jiru gara biyyaa dhufuufi.
Hoggansii fi waraanni…
Read More...
Read More...