Browsing Category
Oduu
Ministiroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Eertiraa fi Soomaaliyaa gara Jibuutii imalan
Ministiroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Eertiraa fi Soomaaliyaa gara Jibuutii imalan
Ministiroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Eertiraa fi Soomaaliyaa gara Jibuutii imalan.…
Read More...
Read More...
Ityoophiyaan Imbaasiishee Eertiraatti Bante
Finfinnee, Qaammee 1,2010(FBC)- Eertiraatti imbaasin Ityoophiyaa waggaa 20n booda har’a ifatti banamee hojii eegale.
Imbaasicha muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi…
Read More...
Read More...
Koreen Giddu-galeessaa .Dh.D.U.O. ajandaawwan gurguddoo qophii Yaa’ii Dhaabbatummaa 9ffaa irratti…
Ajandaawwan mariif dhayitanirraa hubachun akka danda’ametti koreen kun yaa’icha milkaa’aa taasisuuf hojiiwwan hal-duree yaa’ichaa gurguddoo hojjetaman, gabaasa yaa’ii dhaabbatummaa…
Read More...
Read More...
Jilli Eertiraa Preezdaant Isaayyaasin Duurfamu Naannoo Amaaraa Daawwachuufi
Jilli Eertiraa Preezdaant Isaayyaas Afawarqiidhan duurfamu naannoo Amaaraa daawwachuudhafi.
Hogganaan Biiroo Dhimmoota Koominikeeshinii naannoo Amaaraa obbo Nugusuu Xilaahuun karaa…
Read More...
Read More...
Torbee Tokkotti Karaa Booletiin Doolaarri Ba’uuf Ture Kumni 46 Qabameera
Torbee 1 qofatti Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booletti Doolaarri Ameerikaa kumni 46, Yuuron kumni 3, Diraamni Emmireetota Arabaa Gamtooman 3,500 fi Birriin kumni 54 qabameera.…
Read More...
Read More...
Mariin Sadee Ityoophiyaa, Eertiraa Fi Soomaaliyaa Asmaraatti Gaggeeffama
Mariin sadee Ityoophiyaa, Eertiraa fi Soomaaliyaa Asmaraatti gaggeeffama.
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad har’a Eertiraatti buufataalee Asabii fi Mitsiwwaa daawwataniiru.…
Read More...
Read More...
Ethiopian, Eritrean And Somali Leaders Hold Tripartite Summit In Asmara
–Leaders of Ethiopia, Eritrea and Somalia will hold a tripartite summit in the Eritrean capital Asmara.
Prime Minister Dr Abiy Ahmed had already arrived in Eritrea and Somali…
Read More...
Read More...
Imaammattoota Bu’a Qabeessa Hin Taane Fooyyeessuuf Ogeeyyota Waliin Mariin Ni Gaggeeffama-Dammaqaa…
Ityoophiyaatti damee omishaa irratti, sassaabbii taaksii biyya keessa fi raawwii daldala alaa irratti hanqinoonni jiraachuu Itti Aanan Muummee ministiraa obbo Dammaqaa makonniin…
Read More...
Read More...