Eebba Federaalizimii Keessa jiru
Tokkummaa Biyyaa
Biyyoota guddatan keessatti Yaadrimeen Federaalizimii ilaalcha tokkummaa, wal- qixxummaa fi fayyadamummaa uummata giddu galeessa kan godhatee dha.
Yaadi sirna Bulchiinsa Federaalizimii kun dhiibbaa Mootummaan namarratti taasisu osoo hin eegin fedhiidhuma lammilee biyya tokkootiin waan fiixa ba’uu danda’uu dha. Sababnisaa biyya Sabaa fi sab-lammoonni hedduun keessa jiraatan keessatti jaalalaa fi tokkummaa dhaan wal-danda’anii jiraachuun dhimma seeraan namatti himamuu qabu osoo hin taane, ilaalchi dhalli namaa uumamaan qabaachuu qabuu dha. Fakkeenyaaf biyyi keenya Itiyoophiyaan kun biyya saboota, Sab-lammootaa fi Uummatatoota lakkoofsaan 80 ol ta’an of keessaa qabduu dha jenneerra. Caasaan bulchiinsa keenyaas bulchiinsaaf akka tolutti naannoo Sagal of keessatti hammattee jirti. Naannoleen kunneen ammoo kan isaan hundeeffaman garaa garummaa saboota biyya kanaaa gidduutti uumuuf osoo hin taane, Sirna bulchiinsa iddoo tokko qofatti kuufamee (concentrated power) dhiibbaa uumuu balleessuu dhaan aangoon gara gadiitti akka diriiru gochuudhaaf waan qophaa’ee dha. Kana malees leecalloo biyya keessa jiru waliif qooduudhaan jaalalaan waan qaban waliif hiranii jiraachuu dhaaf sirni Federaaliizimii baay’ee murteessaa dha. Sirni Federaaliizimii har’a nuti hordofaa jirru kanaaf Injifannoon Caamsaa 20 carraa biyya kanaaf kennamee dha, Waggoottan 27 dura biyyi kun Sirna Federaalizimiitiin kan bulaa hin turreef lammileen hundinuu eenyummaan isaanii ukkaamsamee fedhii isaanii ala dhiitamaa bulaa turan jechuun ni danda’ama.
Yeroo baay’ee waa’ee Federaalizimii gaafa dubbannu, akka biyya kanaatti yaadoleen ka’an bu’aa isaa caalaa miidhaan isaa kan caalu akka ta’e falimiiwwan tokko tokko ni ka’a. Akka sababaatti kanneen ka’an keessaa tokko, Federaaliizimiin Afaanii fi Gosa irratti hundaa’e Federaaliizimii Sobaa akka ta’eef fakkeessaadhaaf waan yaadamee hojjemefaa jedhamee dubbatama. Dhugaa dubbachuuf Federaalizimiin keenya Afaan ykn gosa irratti kan xiyyeeffateedhaa jedhamee kan gaafatamu yoo ta’e, irra jireessaan bu’uurreffamni isaa dhuguma sabaa fi sab-lammoota irratti hundaa’eeti. Kunis kan ta’uu danda’eef haala bulchiinsaaf mijataa ta’uu isaa giddu galeessa godhachuudhaan kan raawwatamee dha malee sodaa lammilee biyya kanaaf akka ta’u ykn lammileen biyya kanaa wal-shakkaa akka jiraataniif kan ta’e miti. Ilaalchi wal-shakkuu jedhamu kunis yeroo ammaa kanatti ilaalcha boodatti hafaa dha. Sababnisaa yeroo ammaa kanatti lammilee biyya tokkoo mitii, Addunyaaniyyuu yeroo itti tokko ta’uudhaaf xaaraa jirtuu dha. Yeroo akkasii kana keessatti ilaalcha sababa ga’aa hin qabneen mataa walii dhukkubsuurra, akkaataa yerootti wal-dandeenyee deemuun nurra jiraata. Inni kan biraan nuti dagachuu hin qabne, Sirni Federaalizimii kun guutummaa guutuutti akka heeraa fi seeraatti hojiirra oolee fayyadamummaa lammilee hundaa mirkaneesseera jechuunis gowwummaa dha. Sababnisaa, adeemsawwan hojii keessatti dogoggoroota hojii irra oolmaa seerota
ba’aniif qaamolee faayidaa uummataaf osoo hin taane, faayidaa dhuunfaan dursa kennaniin wantootni baay’een qixa isaanii yeroo itti gadi-lakkisan argaa oolla waan ta’eef.
Akkuman armaan dura kaasuuf yaale, sirna Federaalizimii keessatti waliif yaaduun iddoo guddaa qaba. Garaagarummaa aadaa, afaanii fi duudhaa jiruu akka eebbaatti fudhachuu dhaan kan waliin jiraatanii dha. Yoo Federaalizimii dhugaa barbaadna ta’e, Naannoon tokko leecalloodhaan dureessa ta’ee kan biraan ammoo hongeedhaan kan gidirfamu yoo ta’e, Naannoo biraa irraa jaalalaan qooddatee kan waliin jiraatan malee ilaalchi ofittummaa iddoo hin qabaatu. Walumaa galatti kan nurraa eegamu, ilaalcha ykn caasaa mootummaan diriirsu ija siyaasaa qofaan ilaaluun mudaa qofaa irra barbaaduu qofa osoo hin taane, eebba waan sana keessa jirus beekuun barbaachisaa dha. Akkuman duraan ibsuuf yaale, haala adeemsa bulchiinsa sirna Federaalizimii kana keessattis rakkoowwan jiran sirriitti ifaaf ifatti mootummaa waliin dubbachuun hiikuu danda’uunis nurra jiraata. Irra jireessaan ammoo Mootummaa biyya geggeessu caalaa lammilee biyya kanaatu walitti dhufa waan ta’eef rakkoo sababawwan gara garaatiin mudatan karaa nagaatiin gadi taa’anii irratti mari’achuudhaan hiikuunis ni danda’ama.
• ከውይይቶቹ ላይ መረዳት እንደተቻለው በፌዴራላዊው ሥርዓታችን አንኳር ጉዳዮች ላይ በአብዛኞቹ አገራዊ መግባባት የተፈጠረባቸው ቢሆኑም በአንዳንዶቹ ርዕሰ ጉዳዮች
ላይ አሁንም ያልጠሩ እይታዎች መኖራቸውን የሚያመላክቱ ሃሳቦች ታይተዋል፡፡ በመሆኑም በየመድረኩ ከተነሱት የህዝብ አስተያየቶች በመነሳት ማብራሪያ የሚፈልጉ ርዕሰ ጉዳዮችን መለዬት፣ ማደራጀትና መተንተን፣ በማስከተልም አስፈላጊውን የኮሙዩኒኬሽንና የሚዲያ ሥራ በመስራት የህብረተሰቡን ግንዛቤ ማዳበር ይገባል። • በውይይቶች ወቅት እንደተንጸባርቀው ከስኬቶቹ ይልቅ ድክመቶቹ ብቻ ጎልተው ሲወጡ የነበሩበትን ሁኔታ ለማስተካከል በተገኙ ድሎች ላይ ሰፋ ያለ ሽፋን መስጠትና የሚስተዋሉ የግንዛቤ እጥረቶችን በተገቢው መንገድ ማከም ያስፈልጋል፡፡ • አንቀጽ 39 አገራችንን ለመበታተን ተብሎ ሳይሆን በህዝቦች ፈቃድ ጠንካራ አንድነትን ለማጽናት ተብሎ በኢትዮጵያ ህዝቦች የጋራ ስምምነት የተቀመጠ መሆኑን ማብራራት፤ ግልጽ እና ሳቢ በሆነ መንገድም ማቅረብ ያስፈልጋል፡፡ • የኢትዮጵያ ፌደራላዊ ስርዓት አወቃቀር በቋንቋ (በብሄር) ላይ የተመሰረተ መሆኑ በህዝቦች መካከል ጥርጣሬን የሚያሰፍንና አገሪቷን ለግጭት የሚዳርግ እንደሆነ የሚቀርበው አስተያዬት የተሳሳተ መሆኑን ማብራራት ይገባል፡፡ የሁሉም ኢትዮጵያዊያን ፍላጎት መበታተን እና መጠፋፋት ሳይሆን የተዛባ ታሪካቸውን አድሰው ፤ አስተማማኝ ሰላምና ዴሞክራሲ ለማስፈን ፤ ፈጣንና ተከታታይ ማህበራዊ ኢኮኖሚያዊ ብልጽግናን በማምጣት ከድህነት መላቀቅ እንጅ እንደ አፓርታይድ ዘመን ሁሉም የየራሱን ግዛት ከልሎ አትድረስብኝ፣ አልደርስብህም ለማለት ወይም እርስ በእርስ ለመጠፋፋት አለመሆኑን ማስረዳት ይገባል፡፡
• ሌላው ከፌዴራላዊ ስርዓታችን ጋር ተያይዞ የሚነሳው ብዥታ የሚመነጨው ላለፉት 27 ዓመታት በተካሄደው ስራ ሁለንተናዊ ለውጥ መጥቷል ቢባልም የህዝቡን ህይወት በተጨባጭ አልለወጠም ከሚል አስተሳሰብ ነው ፡፡ በማሳያነት ለማቅረብ የሚሞከረውም የኑሮ ውድነት ፣ ስራ አጥነት ወዘተ የመሳሰሉ ችግሮችን በመጥቀስ ነው፡። በመሆኑም እኛ ልናስተላልፈው የሚገባው መልዕክት የህዝባችን ሰፊ መሰረት በተገነባበት የግብርናው ዘርፍ ላይ የመጣውን አገራዊ ለውጥ በአመት ከ44 ሚሊዮን ወደ 345 ሚሊዮን ኩንታል መምጣቱን ፣ ይህም ከህዝባችን 80 በመቶ በላይ የሚሆነውን አርሶ አደርና አርብቶ አደር ተጠቃሚ ማድረግ መቻሉን፣ በግብርናው ዘርፍ ብቻ የተመዘገበው ለውጥ አገራችን ከስንዴ እርዳታ ተመጽዋችነት አላቋት ዛሬ ሙሉ በሙሉ ሊባል በሚችል ደረጃ ድርቅን በራስ አቅም መቋቋም የምትችል አገር ለመሆን መብቃቷን ፤ ትናንት በተረጅነትና በእርስ በርስ ጦርነት አውድማነት ትታወቅ የነበረችው አገራችን ዛሬ የአፍሪካ የሰላም ፣ የፈጣን እድገት ምሳሌ መሆኗን፣ የኢንቨስትመንት፣ የማኑፋክቸሪንግ ኢንዱስትሪና የኮንፈረንስ ቱሪዝም ማዕከል መሆኗን ፣ይህም ሆኖ ግን አሁንም ድህነትን ከ54 በመቶ ወደ 22 በመቶ አወረድነው እንጅ እንዳላጠፋነው፤ የኑሮ ውድነትም ከህዝብ የመግዛት አቅም ዕድገት ጋር ተያይዞ እየተባባሰ የመጣ መሆኑን፣ እነዚህንና መሰል ችግሮችን ምርትና ምርታማነትን በማሳደግ ለመቃቋም ብዙ መስራት እንደሚጠብቀን ማብራራት ይገባል፡፡ እነዚህን ጉዳዮች ለማብራራት የምንሄድበት መንገድ ግን ከህዝቡ የ በተጨባጭ አልተለወጥንም ሀሳብ ጋር ፍጹም በሚጻረር መልኩ ሳይሆን ችግሮችን ከማመን በመነሳት ወደተመዘገቡ ድሎችም በመማተር ሊሆን ይገባል፡፡ ለምናነሳቸው ሀሳቦችም ተጨባጭ የሆኑና ለሰው የቀረቡ ማሳያዎችን ማጣቀስ ተገቢ ይሆናል፡፡