Koreen Giddu-galeessaa .Dh.D.U.O. ajandaawwan gurguddoo qophii Yaa’ii Dhaabbatummaa 9ffaa irratti mari’achaa jira

391

Ajandaawwan mariif dhayitanirraa hubachun akka danda’ametti koreen kun yaa’icha milkaa’aa taasisuuf hojiiwwan hal-duree yaa’ichaa gurguddoo hojjetaman, gabaasa yaa’ii dhaabbatummaa 9ffaa Dh.D.U.O , baajata bara hojii 2011 fi haala yeroo irrattis mari’atee kallattii ni ka’aa jedhamee eegama.
Dabalataanis, sadarkaa qabsoon paartichaa irra gahe waliin wal-qabee jijjiiramoota taasifaman ilaalchisee yaadota murtii fi wixinee dhiyaatu irratti mari’atee yaadaan gabbisuun sirreeffamoota taasifamuu qaban irratti kallattii akka kaa’u hubachuun danda’ameera.

- Advertisement -

Comments are closed.