Jiilli Mootummaa Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad’n durfamuu Saawudi Arabiiyaa nagayaan galee jira.

1,929

Jiilli Mootummaa Itoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad’n durfamuu Saawudi Arabiiyaa nagayaan galee jira.

- Advertisement -

MM Dr Abiyyi Ahimad akkuma waltajji ADWUI xumuranin gara Saawudi Arabiyyaa akka imala bekkame jira.

Preezidaantin Eritiriyaa obbo Isaayaas Afiwarqiis gara Saawudi Arabiiyaa kan imalan yoo ta’u biytii isaanitiifi Itiyoophiyaan nageenya waaraa biyyoota lameen giddutti busuuf ifatti waliif mallatteesu jedhamet eegama.

Waltajjii marii fi sirna waliigaltee walii mallatteessuu kanammoo mootii Saawdii Arabiyaa Saalmaantu hoggana.

Waltajjichaan hariiroo fi faayidaa waliinii biyyoota Gaanfa Afrikaa fi Gulf irratti ni mari’atama jedhameera.

Comments are closed.