Paartin Warraaqsa Ummattoota Ityoophiyaa biyya gale

564

Paartin Warraaqsa Ummattoota Ityoophiyaa biyya gale

- Advertisement -

Paartin Warraaqsa Ummattoota Ityoophiyaa  haar’a biyya gale. Paartichi waamicha qabsoo nagayaa muummee ministiraa Dr Abiy Ahimad jaarmiyaalee siyaasatiif taasisan fudhachuudhani waggaa 40n booda har’a gara biyyaa kan deebi’e.

 

Hoggansi paartichaa bara Dargiitii kaasee waggoota dheeradhaaf biyya ala tutun isaa nibeekamaa.

 

Jilli hoggansasaa dura taa’aa paartichaa obbo Balaaynah Nigaatuu, Dooktar Mulgeetaa Siyyuum, obbo Mahaammad Jamiilii fi Injiinar Salamoon G/Sillaasetiin duurfamu Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee yammuu ga’u ministir de’etaa Ministeera Dhimma Alaa FDRI aadde Hiiruut Zammanaatin simannaan taasifameefira.

 

Dura taa’an paartichaa obbo Balaaynah Nigaatun akka jedhanitti, jijjiirramni biyyattiitti eegalame lafa akka qabatuu paartin isaanii ni hojjeta.

 

 

Comments are closed.