Waldhabbiin magaalaa Asallaa araaran furame

684

Waldhabbiin magaalaa Asallaa araaran xumurame. Magaalaa Asallaatti amantii giddu-galeessa godhachuudhan  waldhabdeen uumame turuN isaa niyaadatamaa.

- Advertisement -

 Qaamoleen gocha kana keessatti hirmaatan to’annaa jala kan oolan jala olani jiru. Waldhabdeen uumame tures mariidhan hiikkachuusaa Waajjirri Giddu-galeessaa PDO beeksiseera.

 Guyyaa har’aas bakka bu’oonni dargaggootaa, abbootin Gadaa, abbootiin amantaa, jaarsooliin biyyaa fi bakka bu’oonni kutaalee hawaasa gara garaa, bakka kantiibaan bulchiinsa magaalaa Asallaa aadde Zeeyinabaa Adam argamanitti mari’ataniiru.

 Yuunvarsiitin Arsii barreeffama qorannaa waliin jireenya hawaasa naannichaa irratti xiyyeeffatu dhiyeessee mariin bal’aa irratti godhame jira.

 Qaamoleen waldhabanii turan, diina gidduu isaanii galee walitti isaan buusuuf hojjechaa ture saaxiiluudhan araaramniiru.

 

Comments are closed.