Manni maree bakka Bu’oota boru walitti qabaa Boordii Filannoo nifilata

671

Manni maree bakka Bu’oota boru walitti qabaa Boordii Filannoo nifilata

- Advertisement -

On Nov 21, 2018

Manni maree Bakka Bu’oota Ummataa yaa’ii 5ffaa mana hojii 4ffaa boru  gaggeessun walitti qabaa Bordii Filannoo Biyyoolleessaa nifilta. Kana malees kaadhimamaa walitta Qabaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa filachuuf  yaada murtii qorachuun mirkaneessa jeedhameet egamaa.

Gama biraanis dura bu’oota koree dhaabbii hafan muuduf wixinee dhiyaatuf qorachuun mirkaneessa jedhamee eeaggama.

Comments are closed.