Itiyophiyaan daandii qaxxaamuraa siyaasaarra akka argamtu Ministira Muummee Dr Abiyyi Ahmad ibsani

1,622

Itiyophiyaan daandii qaxxaamuraa siyaasaarra akka argamtu Ministira Muummee Dr Abiyyi Ahmad ibsani

- Advertisement -

Nov 24, 2018

Yaa’iin carraalee fi gufuu siyaasa Itoophiyaarratti xiyyeeffatu galma Koomiishinii Diinagdee Afrikaatti taa’aamaa jira.

Yaa’ii “Jijjiirrama siyaasa Itoophiyaa, carraalee fi gufuuwwan” jedhu kanarratti Ministiraa Muummee Dr. Abiyyi haasaa taasisaniin himaniru. Haasaa isaanitin Ityophiyaan yeroo ammaa daandii qaxxaamuraa siyaasaa irratti akka argamtu insaniru.

Gaaffin jirus carraa jijjiirramaa argame kanatti fayyadamne itti fufnamoo duubatti deebinaadha jedhaniiru.

Barri irra jirrus yaadonni siyaasa addaddaa yeroo itti keessummeeffamani, aadaa siyaasa haaradhaan ammoo kenninee fudhachuu baruun nurraa eegama jedhaniiru.

Waltajjicharratti paartilee moorkattootaa dabalatee qaamoleen dhimmichi isaan ilaallatu hirmaachaa jiru.

 

Comments are closed.