Abbaan Gadaa Birmajii Tuulamaa baallii dabarsan

635

Abbaan Gadaa Birmajii Tuulamaa Bayyanaa Sanbatuu aangoo Abbaa Gadaa Meelbaa Goobanaa Hoolaaf dabarsan.

- Advertisement -

Sirni Gadaa sirna dimokraasii Oromoon jaaraawwan hedduuf itti bulaa fi aangoo waggoota saddeetiin karaa jaalalaa, eebbaafi maarabbaan baallii waliif dabarsanii jiru.

Abbaan Gadaa Tuulamaa baallii fudhatan Goobanaa Hoolaa Irreessoo “Gadaan Meelbaa kan nagaa fi jaalalaa akka taatu nan hojjedha,” jedhaniiru.

Comments are closed.